![Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 poster](/img/1.gif)
Latest update
Version 8.0 updated.
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 APK Description
Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.
Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.
♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabbi Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim
Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.
1. Nashiidaa ture (old) jalatti ramadne kuni Vol. 1 hanga 20 of keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (New) jalatti ramadne kuni immoo Vol. 21 hanga 33 of keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 of keessatti kan qabateedha.
How to install Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 APK for Android
Download Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 APK file (com.raayyaa1_20.myapp_1029_107386683.zip) from APKPure.live, then follow these steps:
Update Phone Settings
- Go to your phone Settings page
- Tap Security or Applications (varies with device)
- Check the Unknown Sources box
- Confirm with OK
Go to Downloads
- Open Downloads on your device by going to My Files or Files
- Download Split APKs Installer (SAI)
- Download and unzip file you already downloaded (com.raayyaa1_20.myapp_1029_107386683.zip)
- Open Split APKs Installer and follow steps on this app.
- Tap Install when prompted, the APK file you downloaded will be installed on your device.
How to install Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 APK on Windows PC 7/8/10/11 or MAC?
Download Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 APK file (com.raayyaa1_20.myapp_1029_107386683.zip) from APKPure.live to your PC (ex: C://Users/xxx/Downloads/(com.raayyaa1_20.myapp_1029_107386683.zip), then follow these steps appear on screen.
Using Emulator:
- Download And Install one Emulator Softwares (Ex: Bluestacks, GenyMotion, NoxPlayer)
- Download and unzip file com.raayyaa1_20.myapp_1029_107386683.zip.
- Using ADB or Split APKs Installer same as install for Android.
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 APK Pros & Cons
Pros
- This app is safe, it's not require high risk permissions
- Compatible with 64-bit device (some android device and current Bluestacks)
Cons
- No best performance On PC (Windows, MAC) (because it's not exists X86 variant)