![Arkaana iimaanaa (Utubaalee) poster](/img/1.gif)
Latest update
Version 5.0 updated.
Arkaana iimaanaa (Utubaalee) APK Description
Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna. Garuu ma’anaa (hiika) isaa ni beeknaa? Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa? Iimaanni qalbii qofa irratti daangeeffamuu danda’aa? Namni hiika iimaanaa madda sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche, jireenya gammachuu fi mi’aawa jiraata. Sababni isaas, namni mi’aa iimaanaa argate, jireenya tasgabboofte jiraataa. Mi’aa iimaanaa dhandhamuuf hiika isaa beeku fi hojii irra oolchuf tattaafachuu qabnaa miti ree?
Maarree kanuma sababeeffachuun moosaajii bilbila harkaa Utubaalee ykn Arkaana iimaanaa jahan (6) bal'inaan ibsu isiniif dhiheessinee jirra. Rabbiin warra irraa baratee wal barsiisuu isin haa taasisuu.
How to install Arkaana iimaanaa (Utubaalee) APK for Android
Download Arkaana iimaanaa (Utubaalee) APK file (com.arkaana_iimaanaa_1009_16253181.apk) from APKPure.live, then follow these steps:
Update Phone Settings
- Go to your phone Settings page
- Tap Security or Applications (varies with device)
- Check the Unknown Sources box
- Confirm with OK
Go to Downloads
- Open Downloads on your device by going to My Files or Files
- Tap the APK file you downloaded (com.arkaana_iimaanaa_1009_16253181.apk)
- Tap Install when prompted, the APK file you downloaded will be installed on your device.
How to install Arkaana iimaanaa (Utubaalee) APK on Windows PC 7/8/10/11 or MAC?
Download Arkaana iimaanaa (Utubaalee) APK file (com.arkaana_iimaanaa_1009_16253181.apk) from APKPure.live to your PC (ex: C://Users/xxx/Downloads/(com.arkaana_iimaanaa_1009_16253181.apk), then follow these steps appear on screen.
Using Emulator:
- Download And Install one Emulator Softwares (Ex: Bluestacks, GenyMotion, NoxPlayer)
- Simple install APK on PC by drag and drop file com.arkaana_iimaanaa_1009_16253181.apk on Emulator screen
Arkaana iimaanaa (Utubaalee) APK Pros & Cons
Pros
- This app is safe, it's not require high risk permissions
- Compatible with 64-bit device (some android device and current Bluestacks)
Cons
- No best performance On PC (Windows, MAC) (because it's not exists X86 variant)